Title: Haga Yoom sobamtu

Author:Anonymous
Subject:POETRY
Source:
Words Statistic:words statics
 

Number of words for page:
Haga Yoom sobamtu
(Shaallaa Bulo Obse)

"Leenci gafa Afrika socho'e
Bakka rafu dammaqe
Bakka cisu ka'e
Bita mirga midhate
Kaba fi kibba laale ammummate
Dachi gadi laale qabeena hubbate
Samii ol ilaale Rabbi isaa qaabate
Tobbate, dhiifama gafate
Hin belayee na nyachisi jedhe
Hin dhebodhe na obasi jedhe
Hin daare na ufisi jedhe
Gola kiyyati; Gola kiyya, ilmaan Abrahamtu na base itti na debsi jedhe
Ilkaan kiyya qarrifaa
Harka kiyya cifaa
Najabesi jedhe
Diina kiyya adamsa
Rabbi kiyya na jabesi jedhe
Leenci Kushi ol ilaale samiin waa jedhe
Gad ilaale dachiin waa jedhe
Bitaa mirga midhate
Sila waa bidhate?
Oromoon hundinuu ilmaan abba tokko
Hin qoqqodamina obbolewan kanko
Heena fi Halla Maccafi tulamma
Abbichu Ginbichuu Karrayu Barentuma
Wagga kumma bacce kan qaban motumma
Seena kessa jira hin banne hama amma.
Isaan abba dulaa isaan abba heeraa
Isaan abba bokku isaan abba seeraa
Mangudo irra bari dadafiiti adhaa
Afaan biyya ketti
Sennan biyya ketti
Miya akka damma
Mee gadi hin furini jabesi ammumaa.
Namni afaan ufi iduu beku jibu
Namni suba ufi iduu beku jibu
Inni gadhe malee nammuma hin qabu."


...
Page: 1
 

Help

  • Select one or more words an get availables translation in Logos Dictionary.
  • Set the number of words for each page an refresh the content.
  • Go to begin of the document
  • Go to previous page
  • Go to next page
  • Go to the end of document
  • Libri.it

    LA SIRENETTATILÙ BLU VUOLE BENE ALLA SUA MAMMAIL RE CHE VALEVA 4,50€ CHI HA RUBATO LE UOVA DI MIMOSA?
  • Libri.it
  • Treccani